ABDII SABAA ( ASBEKS )


Channel's geo and language: Ethiopia, Somali
Category: Education


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Somali
Category
Education
Statistics
Posts filter


Harra galgalatti taasifne


Get ready for January 🥰🥂


Withdraw request yaaliif namoota rank haga 50 keessa jiraniifi asbeks miliyoona 1 ol qabaniifi hiriyoota ga’aa qabaniif yeroo dhihootti gadhiisna.

Hubachiisa: kun ka taasifamu yaalii siistemaaf yommuu ta’u yeroo muraasaaf tura!

Isin beeksisna! Nu eegaa

Asbeks Waliin Fuulduratti!


Warning ⚠️ For task creators: Tasks offering less than 100 Asbeks will be removed. Please ensure your task offers 100 Asbeks or more to attract and empower users effectively.


Akkuma yeroo darbe ibsine ulaagaa asbeks baafachuu

Yaada namoota hedduu Asbeks 1M ka jedhudha

Dabalataan namooti withdraw ajajatan active ta’uu qabu sababa ta’eef Raankiin isaanii ilaalcha keessa ni gala!

Sadarkaawwan jiran

1. Diamond Status: 10,000,000+ Asbeks
2. Platinum Status: 5,000,000+ Asbeks
3. Gold Status: 1,000,000+ Asbeks
4. Silver Status: 500,000+ Asbeks
5. Bronze Status: 1 to 500,000 Asbeks
6. Beginner Status: No Asbeks

Sadarkaa keessan Wallet jalaa ni argattu!

Ibsa ballaa qabannee isiniif ni dhihaanna!

Asbeks Waliin Fuulduratti!

https://t.me/Asbeksbot/start


For task creators: Tasks offering less than 100 Asbeks will be removed. Please ensure your task offers 100 Asbeks or more to attract and empower users effectively.


Forward from: ABDII SABAA
#ScamaAlert

Maqaa miidiyaa @Abdii_Sabaa n bilbilaa bilbiluun akkasumas ergaa gabaabaa erguun yaalii hannaa bifa ballaan geggeeffamaa jiraachuu odeeffannee jirra!

Hattooti namootatti bilbiluun maqaa miidiyichaan badhaasi garaa garaa isin qaqqabeera jechuun lakkoofsa akkaawontii gaafachaa kan jiran yommuu ta’u, sanbooda mala gowwomsaa fayyadamuun namoonni maallaqa isaanii akka dhaban taasisaa jira.


Kabajamoofi jaalatamtoonni maatii miidiyaa @Abdii_Sabaa kana hubachuun gochi akkasii yoo isin mudate bilbila nama gocha kana raawwatee qaama seeraa naannoo keessaniitti gabaasuun akkasumas sagaleefi ragaawwan qabdan karaa @Abdiisabaadm nuun ga’uun hattoota kanniin akka saaxiltaniifi ofii keessanis namoota biroos akka eegdan cimsinee isin hubachiisna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


Galgala harraa namoota reward clicks 10,000 ol qabaniif badhaasi ni jiraata




Reward clicks 4000 ol warri fidan badhaasa isaanii fudhataniiru baga gammaddan🤝🥰🥂

Guyyaa boruus itti fufna🤝

Asbeks Waliin Fuulduratti 🥂

https://t.me/Asbeksbot/start


Siistema haaromsaa jirra malee rakkoo biraan hin jiru obsaan eegaa


Keessan nu dubbisuun badhaasa keessan fudhaa


Namooti claim isiniif dalaguu dide jirtuu?


Taaskota haaraa xumuraa


Reward click 4000 ol warri qabdan galgala harraa badhaasa kaardii qabdu👍


Wallet jala seenuun “TIER” keessan ilaalaa


Torban torbaniin akka isin baafachaa adeemtan Taasisuuf gareen Asbeks carraaqaa jira!

Sababa kun taasifamuuf mindset nama hedduu sababa dubbisneef kanaaf long term benefit ykn faayidaa fagoorra “Satisfaction” ykn gammachuu yeroo gabaabaa gidduutti argamu filattu sababa ta’eef haala withdraw bifa dhaabbataan torban torbaniin ykn torban lama lamaan akka haalli mijatu ni taasisna!

Kun ammoo giddu gala ka taassisu namoota mara sababa ta’eef maximum withdrawn “Status” ykn aangoo isin Asbeks irratti qabdaniifi. Si’aayina keessan giddu gala taasiseeti.

Haaluma kanaan “Tier” mataa keessanii ni qabaattu!

Isaanis
1. Bronze:
2. Silver:
3. Gold:
4. Platinum:
5. Diamond:

Fayyadamummaan keessan sadarkaa keessaniifi “tier” ykn aangoo keessan irratti hundaa’a!

Torbanitti namni tokko maximum ETB 1400 yoo xiqqaate ammoo “minimum” qarshii 140 kan argati akka ta’uuf yaalamaa jira!

Wantota jiran mara iftoominaan bifa kanaan isiniif ibsaa maatii jabaa, hawaasa jabaa ni uumna!

Yaadi maatii yeroo mara fudhatama qaba sababa ta’eef bakka yaadaatti katabuu hin dagatinaa!

Warti Asbeks jaalattaniifi maatii taatan Anis Maatiidha jechuun katabaa!

Warreen yaada qabdan yaada keessan kabajaan ibsadhaa!

Asbeks Waliin Fuulduratti 🥰🥂

https://t.me/Asbeksbot/start


Karaa salphaan bifa dhaabbataa ta’een maallaqa argatan hin jiru, maallaqa argachuuf hojjechuun dirqama, kana giddu gala taassisuun , gareen Asbeks moodela mataa isaa qopheesseera, ni dhugoomsas!

Hedduun keessan 10M asbeks yeroo geessan withdraw godhachuu mormitaniitti, Pilaatfoormiin kunis Pilaatfoormii hawaasaa sababa ta’eef yeroo mara yaada keessaniin hoogganama💪, kanatu adda isa taassisasa.

Haa ta’u malee seera uumamaati, namni marti haga carraaqe argata, isa qote makarata!

Qonnaa Oonlaayinii kanas namni kamuu haga qote makarachaa, haga bilcheesse nyaachaa, Asbeksis dagaagsachaa, waliin fuulduratti ka adeemamu ta’a!

Asbeks Pilaatfoormii warra taati’aawoo osoo hin taane Pilaatfoormii jarreen dhugumaan jijjiiramuu barbaadaniiti!

Abdiin Asbeks Waliin namni milkaa’uun isaa haftee hin qabaatu!

Kanaaf! Yeroo gabaabaa gidduutti Asbeks 1M ykn doolaara 5 ykn 6$ irraa eegaluun withdraw eegalchiisuuf moodela qopheessineerra.

Ta’us garuu yeroo mara top irra warra jiraniif dursi ka kennamu ta’uu hin dagatinaa!

Abbaan waan soqe haammata, Waan qotes makarata!

Maximum withdraw limit ykn namni tokko torbanitti ykn ammoo ji’atti haga inni baafatu to’atamuu danda’a yeroof. Kana jechuun “minimum withdraw” fi maximum withdraw ni jiraata. Namni tokko torbanitti, torban lamatti, ji’atti hagam baafachuu danda’a ka jedhu ni murtaa’a, kun ka taasifamuuf ammoo bajata Asbeks to’achaa namoota maraaf carraa withdraw uumuug yommuu ta’u shakiii tokko malee Asbeks kana caalaa gaafa dagaagetti humna isaa daran guddisaa akka isin gammachiisu gareen Asbeks shakkii tokkollee hin qabu.

Kana hubachuun, of qopheessaa isiniin jenna!

Asbeks yeroo ammaa fayyadamtoota 30,000 ol oa wabu yommuu ta’u top active active users namoota 7000, giddu gala namoota 10,000 haga 15,000 qaba!

Namni jijjiiramuu fedhu, namni Abdii qabu qofti Asbeks Waliin dagaaguuf, haa qophaa’u!

Asbeks namoota si’awoo qofa, namoota Abdii hin muranne qofa waliin fuulduratti adeema!

Akkuma yeroo darbe ibsine maatii cimaa, koominitii jabaa uumuu feena sababa ta’eef hirmaannaan keessan kara maraan ni lakkaawama!

Bakka yaadaatti yeroo katabdan bootiin isin galmeessa hirmaanna keessanis ni safara!

Kanaaf Namooti haga dhumaatti dubbistaniifi namooti, Ani maatii Asbeks jettan qofti bakka yaadaatti Asbeks Waliin fuulduratti jedhaa dhaadadhaa!

Asbeks keessan, yaada keessaniin hoogganama, isiniif dhaabbates!

Osoo feenee Asbeks maarkeetii addunyaatti beeksisuun gama sanaan akkuma Pilaatfoormota biroo tamsa’uu ni dandeenya garuu miidiyaa @Abdii_Sabaa waliin ta’un dursa maatii keenyaaf laanneerra!

Yeroo isin keessa bartanis garasitti adeemuun daran dagaagsuun keenya hin hafu!

Ibsa ballaa akkaataa withdraw yeroo gabaabaa gidduutti nu eegaa!

Asbeks Waliin Fuulduratti 🥂🥰

Miidiyaa @Abdii_Sabaa jalatti garee Asbeks🥂🥰

https://t.me/Asbeksbot/start


Yaada keessan giddu gala ni taasisna🥰

Asbeks Waliin Fuulduratti 🥂

https://t.me/Asbeksbot/start


Yaada keessan hordofaa jirra!

20 last posts shown.