Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase hin guutne jedhame
Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase kan hin guutne ta’uu ibsameera.
Magaalaa Jimmaatti manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa keessatti barattoonni kumni 78 fi 665 ol barachaa jiraachuu Konfiraansii barnootaa magaalichatti gaggeeffamerratti ibsameera.
Manneen barnootaa jiran keessaa % 55 ol ulaagaa isa xiqqaa Ministeera Barnootaa kan hin guunne ta’uu Itti gaafatamaan Waajjira barnootaa magaalaa Jimmaa Obbo Sammaan Raayyaan dubbataniiru.
Kanneen Istaandaardii guutan % 45 qofa ta’uus kaasaniiru.
Konfiraansii kanarratti barattootaa qabxii olaanaa galmeessanii fi qaamolee qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti qooda qabaniif beekamtiin kennameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡