#ScamaAlert
Maqaa miidiyaa @Abdii_Sabaa n bilbilaa bilbiluun akkasumas ergaa gabaabaa erguun yaalii hannaa bifa ballaan geggeeffamaa jiraachuu odeeffannee jirra!
Hattooti namootatti bilbiluun maqaa miidiyichaan badhaasi garaa garaa isin qaqqabeera jechuun lakkoofsa akkaawontii gaafachaa kan jiran yommuu ta’u, sanbooda mala gowwomsaa fayyadamuun namoonni maallaqa isaanii akka dhaban taasisaa jira.
Kabajamoofi jaalatamtoonni maatii miidiyaa @Abdii_Sabaa kana hubachuun gochi akkasii yoo isin mudate bilbila nama gocha kana raawwatee qaama seeraa naannoo keessaniitti gabaasuun akkasumas sagaleefi ragaawwan qabdan karaa @Abdiisabaadm nuun ga’uun hattoota kanniin akka saaxiltaniifi ofii keessanis namoota biroos akka eegdan cimsinee isin hubachiisna.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡