#Exit_Exam
Bu’aan qormaata bahiinsaa eegamaa jira.
Torban darbe kennamaa kan ture qormaati bahiinsaa, bu’aan isaa akkaan eegamaa jira.
Bu’aa qormaata bahiinsaa marsaa kanaa akkaan kan eegamu ka taassise komiiwwan barattoonni qabiyyee qormaatichaa irratti kaasan yommuu ta’u, qormaati bahe nun madaalu “Blue Print” ala ba’e jechuun komii barattoonni kaasan gabaasuun keenya ni yaadatama.
Ministeerri barnoota gama isaatiin “komii barattoonni kaasan ni qoranna , ta’us garuu qormaati qoratamee, ogeeyyiin sakatta’amee , adeemsa pirofeeshinaalaa mataa isaatiin qophaa’a“ jedheera.
Bu’a qormaataan walqabachuun Roobiifi Kamisaa keessaa ni ifooma jechuu ministeerichaa gabaasnee turuun keenya ni yaadatama.
Bu’aa qormaataan walqabachuun miidiyaan @Abdii_Sabaa akkuma ifoomeen kan isin beeksisu yommuu ta’u, komii ka’eef sakatta’iinsa dabalataa yoo taassifameen ala, guyyaa boruu (Kamisa) ni ifooma jedhamee eegama!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡