Barattoonni Yuunivarsitii waggaa sadaffaa yeroo xumuram waggaa Afuraffaa osoo hin eegalin naannoo isaaniitti deebi’uu akka barsiisaniif hojjetamaa jiraachu Pirofeeser Birhaanuu Naggaa ibsan
Barattoonni Yuunivarsitii irraa waggaa Afuraffaatti osoo hin darbin waggaa tokkoof barsiisummaan naannoo irraa dhufanitti akka dalaganiifi waggaa tokko booda deebi’anii yeroo dhufanitti barataa waggaa Afuraffaa ta’anii barnoota isaanii akka itti fufan Pirofeesar Birhaanuun ibsaniiru.
Kun ammoo hawaasaa bilisaan isaan barsiise tajaajiluu akkasumas muuxannoo ga’aa argachuufi barattoota irratti akkasuma barsiisotaaf sirna baruuf barsiisuu keessatti ilaalchi gaariin akka uumamu taasisa jedhaniiru.
“Karooricha milkeessuuf hojii guddaa hojjechaa jirra “ kan jedhan Pirofeeser Birhaanuun, kana mikeessuuf duubatti akka hin jenne himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡