Mat. 22:9-14
9 Gara karaa mandaratti galchu dhaqaa, namuma argitanis gara cidhichaatti waamaa! jedhe. 10 Yommus hojjetoonni sun gara karaa gurguddaatti ba'anii, kan argatan hundumaa, warra hamootas warra gaggaariis dachaasan, manni cidhichaas keessumootaan guute.
11 "Kana booddee mootichi keessummoota isaa ilaaluudhaaf ol galee, nama uffata cidhaa hin uffatin tokko arge. 12 Namichaan immoo, 'Namicho! Uffata cidhaa malee attamitti asitti ol lixe?' jedhe'; namichis waan dubbatu dhabe.
13 Yommus mootichi warra achi keessaa ergamaniin, 'Harka isaa fi miilla isaa hidhaatii, dukkana isa alaatti darbadhaa! Achitti namoonni in boo'u ilkaanis in qaru' jedhe. 14 Warri waamaman baay'ee dha, warri fo'aman garuu muraasa" jedhee dubbii isaa xumure.
@Kakuu_Studio
@Yerusaalem_Haaraa