OGEETTI


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Образование


HAADHA MANAA OGEETTII! Gaa'ela milkaa'af. Channel view kan jedhu tuqi! Join godhi!
Contact: @GAAFFIFDEEBI

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций


☘🍀❤️Uma. 2
²⁴ Kanaafis dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u. Namichii fi haati manaa isaa qullaa isaanii turan, lamaanuun isaanii garuu wal hin saalfatan.❞
https://t.me/ogeetti_jaalala


Haati manaa dandeessuun abbaa manaa isheetiif gonfoo dha, isheen yeellaasiftuun garuu, akka dhukkuba lafee bososiisuu ti;❞
M.Fak. 12: 3
https://t.me/ogeetti_jaalala


💟💔Nagaan isiniif haata'u kabajamoo maati chaanneli Ogeetti!
Gaaffilee heedduun dhiyaachaa jiru. Gaaffilee kanaaf walumaan deebii akka itti laannu abdiin qaba. Duraa duuban waan deebifnuuf obsaan wal eegu akka qabnu asumaan wal yaadachifna

Gaaffiin yeroo lamaaf irraa deebi'ee dhiyaate, "jaalalli jaama dha jechuun yeroo maal ta'udhaa? Kan jedhudha
👉, jechamoota jaalalli ittin beekamu keessaa tokko jaalalli jaamadha kan jedhamu dha. Jechi kun waan lamaaf(2) dubbatamuu danda'a.
1, jaalalli filannoo dhuunfaa waan ta'eef namni ati jaallatte nama biraa biratti hin jaallatamne ta'uu danda'a. Yeroo kana namni biraa sun si ilaalee akka ofi isaatti si yaade, maalif nama kana jaallatte jedhee akka comment si gochuutti ni dubbata.
2, gochaa jaalalli nama nama jaallate irratti raawwatutu jaama isa jechisiisa. Namni jaalala dhugaa nama jaallate waantoota muraasa kanneeniif jaamaa jedhamuu danda'a. isaanis:
1, namni nama jaallate nama jaallate sana malee nama biraa jaalalaaf hin ilaalu.
2, mudaan nama jaallatame sanaa jaalalaan waan aguugamuuf hin argamu. Kanaaf utuu hin jaallatin dura ilaallachuun gaaridha. Sababiin isaas yoo jaalalli qabbanaa'eef mudaan sun mullachuu danda'a.
3, namni nama jaallate; nama jaallate sana qofa yaada malee namni biraa maal akka isaan jedhu hin yaadda'u. Nama hin saalfatus. Namni yoo bira jiraate iyyuu jaalallee isaaf bakka guddaa kenneefi taphachiisa


💟💟Gaa'ela Eebba qabu dheebodhu☘☘❤️


🌹🌹🌹🌹❤️Jaalala! 🍀🍀🍀🍀


💜


❤️✅❤️Waan Of harkaa qabdu jabeessi qabadhu! Yeroo of harkaa qaban waan guddaa hin se'ani, Warqiin Of harkaa qaban sibiila fakkaatti! Jaalala fi jaallallee kee kunuunfadhu!☘☘🍀🟣💋🟣🍀🍀🟣☘☘☘💋💋🌼🌼🌼💋💋🌼🌼🌼🌼🌼🌼

https://t.me/+QNXXug-yutQyNmVk


Dhukkubni lafee dhukkuboota jiran keessa baayye sodaachisaa fi kan boqonnaa namaaf hin laannedha. Lafeen namaa yoo cabe jireenya namatti dukkaneessa, obsa nama dhowwata, hamma fayyutti aaduu fi dhiphachuun itti fufa. Gaafa fayyan uffeee natti fureera jedhu! Haati manaa lafee cinaachaati. Ati gaa'ela hin qabdu taanan boqonnaa fi gammachuu maali qabdaree? Lafeetu lafee irra cabee qofaa jira waan ta'eef dhiphachaa fi rakkachaa jirta. Kanaafidhaam kan Addaam namichi jalqabaa haadha manaa argatee "amma reefuu ta'e" jedhe!
Gammachuu isa caalu argachuuf jireenya Gaa'ela filadhu!

https://t.me/+QNXXug-yutQyNmVk


Jaalalli yoo si qabe ati cimaa ykn dadhabaa ta'uu keetin miti. Kennaa uumaman si keessa jirutuu yeroo isaatti of mulliseeti malee. Ciminnii fi dadhabinni kee akkataa jaalala qabannaa fi itti fayyadama keetin madaalama. Jaalala si keessaa fi jaalallee kee seeran qabadhu.
https://t.me/+QNXXug-yutQyNmVk


Siimboof miidhaginni qaama alaatin mullatu ni darba, jijjiiramuus danda'a. Gammachuun achirraa argamus muraasa. Dubbiin ogummaan guute garuu laphee nama qabbaneessa. Gaa'ela jaalalaaf gammachuun guutef lafee dugdaati.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☘☘❤️🍀🟣🍀🟣🟣❤️❤️❤️https://t.me/+QNXXug-yutQyNmVk


Isa

Wed. 2
❝² "Hiriyeen koo durboota gidduutti, akka daraaraa qoraattii keessa jiruu ti" jedhe.

Ishee

³ "Michuun koo dargaggoota gidduutti akka muka hudhaa mukkeetii caakkaa gidduu dhaabatuu ti; gaaddisa isaa jala taa'uun anatti in tola, iji isaas afaan kootti in miyaa'a.❞


☔️🪴☘CIDHA MOO GAA'ELA?
🟣🟣🟣🌹🌹🌹🌹🌹🌹☘☘☘
Waaqayyo Namicha jalqabaaf cidha moo Gaa'ela hundeesse? Yeroo baayye addunyaa Gaa'elaatti seenuf yeroo yaadan kan dursee yaada namaa keessa dhufu cidha qopheessudha. Nyaataf dhugaati, konkolaata abaaboon faayamee misirrootaa fi amaamota baate jiru, firaaf alagaa walitti yaa'e nyaate dhuguu fi kennaa maatin lamaan waliif kennantuu gaa'ela aguuge yaada namaa keessa dhufa. Hub. Gaa'ela fi Cidha tokko godhanii yaadun gowwummaa dha. Gaa'ela waaqayyootu qopheessa, Cidha qarshii fi namatuu qopheessa, Gaa'elli ijaaramuuf yeroo dheera fudhata, cidha garuu qarshiin jiraannan harra jalqabani harra qopheessuun ni danda'ama. Gaa'elli karoora waaqayyooti ciini karoora namaati, Cidhatti namatu wal waama, Gaa'elatti waaqayyootu nama waama. Hiika jara kana lamaani tokko godhanii ilaaluun addunyaa gaa'elaa keessa waan nama baasuf gaa'ela sodaatani yeroon jireenya waaqayyoon hin gammachifne jiraatan baayyedha. Fedha namaa dhiisani fedha waaqayyoo raawwachuun eebbifa muudha . Waa murteeffadhu!


Jettuun jecha hin dhabdu ati hojii kee hojjedhu!

https://t.me/haadhamanaaogeetti🌼🌸🌸🌼🌸🌸🌼🌼🌼🌼🌼❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹


Gaa'elli qoosa miti!
Yeroo keetti fayyadami, ati siida hin butunne miti, umurii waggaadhaan lakkaa'amu lafa kana irraa qabda.


💟💜💘💞💓💗


🤷‍♀🤷🙍‍♀🌹🌺🌻Kadhannaan Gaa'elaf ati kadhattu nama kan kee ta'e  qofaa siif kennuuf utuu hin taane warri kan kee hin taane akka sirraa fagaatanii fi kan kee bira dafte akka geessuf karaa siif banuuf si gargaara. Kan kee sitti harkisaa,  orma sirraa ni diiba. Humna jechuunis dhiibu ykn harkisuudha jedha fiiziksiin.


Yaada  fi gaaffi yoo qabaattan karaa @GAAFFIFDEEBI

Kootta naf barreessa










✍💔🌺🌺Gaa'elli dhiibbaa alaatin utuu hin taane karoora fi dhiibbaa jaalala keessaan dhufuun ijaaramuu qaba.
❤💗💗💔💗💗💔💗💜💜💔💔💗💞💜💔💔💔💜💜💔❣💞❣
Dhiirri tokko gaa'elaaf ga'aa erga ta'ee boodde sababoota muraasaf gaa'elatti galuu dhiisee turuu danda'a.
🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊
Fknf
1,Rakkoo Economically yoo waan ittin jireenya geggeeffatu dhabe.
2, yoo karoora hin xumuramiin of harkaa qabaate.
3, yoo haalli hiriyaan gaa'elaaf filate bitaa itti galee kan ganaa filannoo biraa barbaadu yoo ta'e
4, murtoo dhabuu fi kutannoo gaa'elaa yoo dhabe
5, sirna gaa'ela ittin raawwatu CIDHA humna isaa olitti karoorsee raawwii isaaf haalan mijeessuun qaba jedhe kan yaadu yoo ta'e
Gaa'ela malee turuu danda'a.
🐦‍🔥🐦‍🔥🐦‍🔥🐦‍🔥🐦‍🔥🌸🌼🌸🌼🌹🥀🪻
Obboleettin gaaffi kana naaf barreessites hiriyaan kee kanneen tarreeffaman kana keessa haala isa kam keessa akka inni jiru hubachuu qabda.

Hiriyaan kee gaa'elaaf fedhii dhabuu utuu hin taane haalli inni keessa jiru isa danqeera ta'uu danda'a. Yeroo kana atis gara gaa'elaatti seenu qabna jettee rakkisuu qofa utuu hin taane haala inni keessa jiru hubachuun gaaridha. Yoo haala isaa hubatte rakkoo ati furmaata gochuu dandeessu kan inni sitti himuu sodaatee taa'u bira ga'uu dandeessa. Haala inni keessa jiruf furmaata barbaaduutti dabaltee kanneen armaan gadii kanaan gargaarte jajjabeessun humna gara gaa'elaatti isa dhiibu danda'u itti hidhuu ni dandeessa.

🌶☂☂☂☂☂☂☂☂☂
1, fedhaa fi gaa'ela kee qarshiitin hin ulaagessiin. Gaa'ela qarshiitin yoo ulaagessite amma qarshi ga'aa argatutti turuu waan danda'uuf yeroon gaa'ela turuu danda'a.

1, hanga gaa'ela keessa galtanitti yoo jaalalan ta'e malee waan si kaadhimmateef qofa deggersa naaf gochu qabda, na barsiisuu qabda, kaffalti hundumaa naf kaffaluu qabda, uffataa fi kophee brand ta'e naaf bituu qabda, maatin koo kana boodde natti dadhabuu hin qabani jettee hiriyaa keetti ba'aa hin ta'in. Yoo danda'ame maatiin kee si gargaarani jireenya keessan akka isinif mijeessan iyyuu haala mijeessi.

3, life(jireenya bashanannaa) hin bayisin .yoo kana ta'e qarshi qusachuf wan dadhabamuuf karoorri gaa'elaa isin jalaa turuu danda'a.

3, yeroon qabutti fataa jedheen darbuu barbaada waan ta'eef yeroo ani si barbaadetti bakka ani jedhetti koottu "fataa" na godhi jettee ykn yaada akkasii itti agarsiiftee hiriyaa kee kan rakkistu yoo ta'e, kan harra akkas taate boor akkam taati jedhe waa'e kee sodaa keessa galuu danda'a. Yaada keetin karoora kee fi waa'e jireenya boori akka yaaddu yoo sirraa hubate garuu sitti gammaduu keessa darbe hanga si waliin mana tokko keessa galee jireenya jalqabutti ariifata.

3, gaa'elatti galuudhaaf yaada fi ajaja maati hunduma eegna yoo jettan gaa'ela malee turuu dandeessu.maatin fedha keessan giddu galeessa godhachu qabu malee waan hundumaatin yaada maatiin kee sirraa eegan jala naqxee ittin danqita yoo ta'e gaa'ela malee turuu dandeessu. Maatin gabbara (qaraxa) qarshii fi kennaa guddaa kan isin irraa eegan yoo ta'e hanqa qabeenya horatutti waa'e gaa'ela yaadu hin danda'u jechuudha. Qarshii kan qabu yoo ta'e iyyuu karoorri isaas ani nama qarshii qabu waanan ta'eef maal jedheen waan xiqqoo hojjedha jedhee waan yaaduf karoora isaan madaalamee akkuma nama qarshii hin qabneetti ilaalama.

4, fedha fooni ykn wal qunnamtii saala gaa'ela duraa kan raawwattan yoo ta'e gaa'ela malee turuu dandeessu. Humni wal isin abdachiisu gaa'ela dura isin keessa ba'eera taanan wal hawwuu fi wal gojoma'uun ni hafa. Humna ittin waliin jireenyaf walitti harkifamtan hin jiru jechuudha.

5, yeroo yerootti karoora qabatamaa waa'ee gaa'ela keessanii haaressa.karoora qabatama hin qabdan taanan akkuma haalli isin godhe taatu jechuudha.

6, akka jaallattuu fi boor jireenya gaa'elaa keessatti gargaartu dhugaa akka isaaf taatu itti himi. Akka si abdatuu fi si amanatu yoo goote .........

Itti fufa
https://t.me/haadha_mana_ogeetti

Показано 20 последних публикаций.