Eenyutu Injifate?
Dorgommiin Qur'aanaa fi Azaanaa Idil-addunyaa 2ffaa Finfinneetti dorgomameen dorgomtoonni Itoophiyaa Sadii sadarkaa 3ffaan xumurani jiru.
Dorgommii dhiirota gidduutti taasifameen
Muhammad Fu'aad Liibiyaa irraa 1ffaa
Yuusuf Ashiir Kuwaataar irraa 2ffaa
Ahmad Bashiir Ameerikaa irraa 3ffaa ba'uun xumuranii jiru.
Dorgommii Dubartootaatiin
Ruqiyaa Saalah Yaman irraa 1ffaa
Nasiim Janaawud Al-Jeeriyaa irraa 2ffaa
Qamaraa Waliyyuu Muhammad Itoophiyaa irraa 3ffaa ba'uun xumuranii jiru.
Dorgommii Azaaniitiin ammoo
Muhammad Shaan Abuubakar Indoonishiyaa irraa 1ffaa
Umar Duuraan Turkiyee irraa 2ffaa
Adam Jibriil Itoophiyaa Irraa 3ffaa ba'ani jiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡