Yuunivarsitiileen Garaa garaa guyyaa harraa barattoota muummee garaa garaan barsiisaa turan ebbisiisaniiru.
Yuunivarsitiileen biyyattii garaa garaa guyyaa harraa barattoota muummee garaa garaan barsiisaa turan eebbisiisan.
Guyyaa harraa mooraalee Yuunivarsitii garaa garaatti barattoonnifi maatiin barattootaa bu’a carraaqqii isaanii waggaa dheeraa argachuun eebbifamaniiru.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattootaafi maatii barattoota eebbifamanii maraaf baga gammaddan jechaa adeemsa itti aanu kan milkii akka isiniif ta’u hawwa!
Odeeffannoo barnoota qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡