🙌Faarfannaa 1:1-3
🔔GWP-Media 📺
🔥Join and Share 🙏🙏🙏
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╗
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╝
1 Namni akka gorsa warra jal'ootaatti hin deddeebine, karaa cubbamoonni irra adeeman irra kan hin ejjenne, warra ga'isanii wajjinis tarree kan hin teenye gammachuu qaba!
2 Qooda kanaa isa gammadu kanatti seerri Waaqayyoo itti in tola, innoo halkanii fi guyyaa waa'ee seera Waaqayyoo in yaada.
3 Inni akka muka isa bishaan yaa'aa qarqara dhaabamee, yeroo yeroo isaatti ija kennuu, baalli isaas gogee hin harcaanee ti; wanti inni hojjetu hundinuus wal in qixxaataaf.
🔔GWP-Media 📺
🔥Join and Share 🙏🙏🙏
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╗
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╝