#Guyyaan_Galmeefi_Eebbaa_Murtaa'e
Seeneetiin Yuunivarsiitii Wallaggaa walgahii isaa Idilee guyyaa har'aa (Muddee 28/2017) taa'een murtoo garaagaraa dabarseera. Isaanis:
1. Barattoota Sagantaa Fooyyeffannaan (Remedial Program) bara 2017tif Yuunivarsiitii Wallaggaatti ramadaman haaraan Guyyaan Galmee isaanii Amajjii 19-20/2017 Kaampaasota Yuunivarsiitii Wallaggaa sadan (Naqamte, Shaambuufi Gimbii)tti akka gaggeeffamu murtaa'eera. Ramaddiin Kaampaasota itti galmooftanii beeksisa kan biraan kan isinii ifoomu ta'a.
2. Guyyaan Eebbaa Waggaa Walakkeessaa (2017) kan barattoota Inistitiyuutii Saayinsii Fayyaa, barattoota Saayinsii Yaalii Beeyiladaafi barattoota teel-eebbaa (Post Graduate) Gurraandhala 8/2017 akka gaggeeffamu murtaa'eera.
Via Yuunivarsitii Wallaggaa
https://t.me/Oromiastudent_s