#Beeksisa
1 - Galmeen qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Amajjii 6, 2017 guyyaa sa'aatii 10:00 tti kan goolabamu taha. Kanaaf warri galmee hin xumurre yeroo xumuraa dura akka xumurtan dhaamame.
2- Qabiyyeen qormaata bara barnootaa 2017 kan kutaa 12ffaa walumaa galatti kutaa 9ffaa hanga 12ffaa fi
qormaatni naannoo kutaa 8ffaa kutaa 7ffaa hanga 8ffaa kan hammatu ta'a.
3- Tokkoon tokkoon barattootaa sadarkaa kutaa barate irratti hundaa’uun kitaaba barataa irratti hundaa'uun qophaa'u qaba. Qormaatni kun waan barattoonni baratan irratti kan hundaa’u ta’a.
(Tajaajila Madaallii fi Qormaataa Barnootaa)
http://t.me/OromiaStudent_s