*↪️TAJAAJILLI MAALI?*
*➡️ KUTAA TOKKO.*
* Tajaajilli bara kana namoota hedduu biratti waan itti fakkaatu;-*
↪️1. Mallattoo beekamtii akka ta’etti fudhatu.
↪️2. Karaa aangootti ol bahanidha jedhanii yaadu.
↪️3. Karaa ittiin badhaadhina argatan jedhanii fudhatu.
↪️4. Karaa Eenyummaa isaanii ittiin agarsiisan akka ta’etti yaadu.
↪️5. Karaa kabaja ittin argatan jedhanii yaadu;
↪️6. Gariin immoo yaada adda addaa qabu.
*↪️ 1. Tajaajila dhugaa*
↪️1. Waamamuu dha; /Mar 3:13; 1Phe 2:9
↪️2. Filatamuu dha; / 1Phe 2:9/
↪️3. Adda ba’uu dha / Lew 20:7-8/
↪️4. Tajaajilli Muudama dha; / Imaanaa fudhachuu/ jechuu dha.
↪️5. Aangoo hojii waaqayyo biraa kennameef fudhachuu dha.
↪️6. Tajaajilli gocha namoota fayyadu, of miidhuu, Waaqayyoon kabajuu dha.
↪️7. Hojii nama biraatiif gabra ta'uu dha.
↪️8. Gocha ergama tokko raawwachuu fi raawwachiisuu dha . (Maatewos 2:1-3; Maatewos 10:5-8)
*✝️ 2.Tajaajilaan tokko Tajaajilaan dura*
➡️1. Gooftaa wajjin jiraachuu qaba ; Yohaannis 15:27 irratti
Eenyuutu Gooftaa wajjin jiraata?
↪️1. Nama waamame dha. Mar, 3:13
↪️2. Nama waan hunda dhiisee gooftaa duukaa bu’e dha. (Lu 5:11)
↪️ 3. Nama kan ofii hin barbaanne dha. Filp, 2:21
↪️4. Nama ajajamuu dha. Yohaannis 14:23
↪️ 5. Nama maalummaa Gooftaa beekudha.
↪️ 6. Nama gatii isaa gooftaa biratti herreeggate dha.(Ibroota 11: 26)
➡️2. Tajaajila dura: Gooftaa fuuldura isaa taa’u dha.
➡️3. Tajaajila dura: Dubbii Waaqayyootiin kan guutame dha
➡️4. Qaama isaa haarsaa qulqulluu isa jiraataa ta’ee dhiyeessuu dha.
➡️5. Tajaajila dura gooftaa dura dhaabbachuu dha. (2Sen. 29:1-2)
*Kutaa 2ffaan itti fufa.....*
Barnootta Teology barachuu warii Barbdanimoo👇👇👇Link
@Singer_Megertu_Official
@Tv_Lattuu
@Yerusaalem_Haaraa
@Kakuu_Studio
@Megertu_Dhugasaa