Репост из: Oromia Times
Ramaddiin barattoota sagantaa fooyya'iinsaa(Remediyaalii) ifoome.
Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensaa sagantaa fooyya'iinsaa fidaniif ramaddiin ifoomeera.
Haaluma kanaan barattoonni remediyaalii:-
Marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et
Telegraamiidhaan:- https://t.me/moestudentbot irratti ilaaluu akka dandeettan ministeerri barnoota beeksisee jira.
Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa bahuun sagantaa remediyaalii akka hordofan dhaamameera.
Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbataa akka hin fudhanne ibseera.
✅ Odeeffannoo barnootaa dabalataa argachuuf chaanaalii keenya join godhaa👇👇👇
https://t.me/Oromiastudent_s