Far. 66:6-7
6 Inni galaanicha lafa gogaatti deebise, namoonnis miilla isaaniitiin lagicha keessa ce'an; kanaaf nuyi achitti isatti in gammanne. 7 Inni jabina isaatiin bara baraan in mo'a, warri mormanii irratti ka'an akka ol of hin qabnetti, iji isaa saba lafa irraa in eega.
@kakuu_Studio
@Megertu_Dhugasaa