π Guyyaa Gaarii akka Qabaattuuf Ganama kee Galataan Jalqabi!
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Kana gochuun guyyaa kee miira gaariin akka jalqabdu si gargaara. Yoo hubatte ganama miira gaariin yoo hin jalqabne guyyaa guutuu waan gadhee si mudata. Ganama waldhabdeedhaan manaa yoo baate guyyaa guutuu dhiphataa oolta. Wanti xiqqoon ganama ta'u guyyaa guutuu si faana itti fufa. Kanaafidha ganama kee waan gaariin jalqabuu kan qabduuf. Akkasumas karaan tokkoo fi hundarra gaariin sana gochuuf nagaa ta'uudha... Mee galataan haa jalqabnuπ
β’β’β’
ααα«α αα α₯αα²αα«α½α ααα½αα α αα΅αα ααα©α’
π αα αα αα΅α¨α α α₯α© mood ααα½αα α₯αα΅α΅ααα© αα¨α³α½ααα’ α α΅α°ααα½α α¨αα α αα΅ α α₯α© αα΅ α«αααα«α½α ααα αα αα₯α ααα α²α«αα₯αα½α αα ααααα’ α αα΅ α°α£αα³α½α α¨α€α΅ α¨αα£α½α α΅α΅αα«αα© α΅αααα½αα’ α¨α αα· α΅αα½ ααα ααα αα α α₯α«α½α α΅ααααα½α’ ααα αα α αα³α½αα α ααα«α ααα αααα α«αα£α½αα’ α«αα ααα΅α¨α α°αα α αα°ααα ααα‘ αααα΅ α α°αα α΅αα°α«α½α... α αα΅αα αααα ααπ
@Gaggeessummaa β