#πππππ_πππππππ
π @Gorsaa_Ganamaa
Kufaatii sodaachaa jiraachun, milkaa'ina dheeffaa jiraachudha. kufaatin qeerrumma keetin dheeffaa turte, yeroo dulluma keetii dhufee si kuffisa. wanti har'a qeerrummaa keetin dheeffaa jirtu yeroo dulloomte boqonna siif hin laatu. rakkanni qeerrummaa keetin dabarsite, yeroo dulluma keetii jireenya siif dabarsa. yaadadhu! yeroo qeerrumaa keetii aarsaa rakkinaa fi miidhamu kaffali,
Ana dhagahi π§πΌ
Har'a yeroo humna qabdu kaadhu, boru yeroo humna dhabde akka teessee nyaattu!
π @Gorsaa_Ganamaa