Galaatiyaa 5:22-25
[Ija Hojii Hafuuraa]
22 Iji hojii hafuuraa immoo, jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa, arjummaa, amanamummaa,
23 garraamummaa dha, of dhowwuu dhas; egaa seerri isaan kanaan mormu hin jiru.
24 Warri kan Kristos Yesus ta'an immoo yaada foonii, hawwa isaa, fedha isaas fannisaniiru.
25 Nuyi jireenya hafuuraatti yoo jiraanne, hafuura kana duukaa bu'uu keenya.
๐GWP-Media
|| Sagalichi Jireenyadha!
โ๐โ๐โ๐โข๐โข๐โโโโ
JOIN ๐๐ผ https://t.me/Gosp22