#Yuunivarsiitii_Gambeellaa
#Beeksisa_Waamichaa_Riimidiyaalii
Barattoonni Sagantaa Sirreeffama haaraa Yunivarsiitii Gambeellaatti bara 2017 ramadaman hundi:
➡️Guyyaan Galmee Amajji, 28-29/2017 dha.
✳️Yeroo Galmeef deemtanitti wantoota qabachuu qabdan;
1. Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa Orjinaalaa fi Koppii
2. Tiraanskriiptii kutaa 19-12 Orjinaalaa fi Koppii
3.Suuraa 3×4 afur,
4.Ansoolaa, uffata boraatii fi meeshaalee Ispoortii.
👉Iddoo galmee: Kutaa Galmeessaa Olaanaa qaamaan argamuun.
http://t.me/OromiaStudent_s