💌 Ani har'as....
"Morma kankee jalaa
Foolii kankee suufee
Gororakee nadhii
Sirnaan unee quufee,...
Osoon si hammadhee
Gurratti si hasaasee
Xuuxee si dhungadhee
Si'iis dheebuu baasee,
Silaa natti toleen
Uffee jedhaa laata?
Ani har'as kunoo
Onneen na dhahata!
Morma kan kee lookoo
Taakkuu lama ga'u,
Ani dheebuu kankee
Maaliin dharraa ba'u?
Ifa fuula keetii
Seeqaan basaq gootee
Libsuu ija keetii
Suuta boloq gootee
Akka dhala dhabaa
Anaan na mararta;
Qooda simboof taphaa
Jiraa na dararta!
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join
"Morma kankee jalaa
Foolii kankee suufee
Gororakee nadhii
Sirnaan unee quufee,...
Osoon si hammadhee
Gurratti si hasaasee
Xuuxee si dhungadhee
Si'iis dheebuu baasee,
Silaa natti toleen
Uffee jedhaa laata?
Ani har'as kunoo
Onneen na dhahata!
Morma kan kee lookoo
Taakkuu lama ga'u,
Ani dheebuu kankee
Maaliin dharraa ba'u?
Ifa fuula keetii
Seeqaan basaq gootee
Libsuu ija keetii
Suuta boloq gootee
Akka dhala dhabaa
Anaan na mararta;
Qooda simboof taphaa
Jiraa na dararta!
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join