Postlar filtri


£€¥¢$ dan repost
ሰው በመጋበዝ ብቻ በቀላሉ ገንዘብ ይስሩ
በወር እስከ 10,000 ብር መስራት ይቻላል
በ1 ሰው 100 ብር 1$ 😱😱😱

ለመጀመር ከስር START የምትለዋን BUTTON ይጫኑ ‼️‼️‼️


Dafatii start godhaa bahaamee wanta kana👇👇
https://t.me/donot/game?startapp=873652290
I need my crew! 🍩 Let’s fry Donots and stack TONs together. You in?


Jireenya jijjiirama qabu kan jedhamu:🔍Set point of departure and point of destination=Namni tokko utuu mana ijaaruu hin jalqabin mana ijaaruu danda'uu isaa beekuu qaba. Utuu asii hin ka'in achi (galma) gahuu nan danda'aa Jedhee of gaafachuu qaba.

Maximize Temporal Value=Wantoota jalqaba hojjatamuu qabanii fi salphaa ta'an itti yaadanii jalqabuu fi hojjachuun filatamaadha.💯




“Are you okay?” No,
I miss my favorite person.





Yeroo baay'ee dhiirri baareedaan
Maaliif yeroo akka hin qabne  beektaa ?

Amma yeroo hin qabu boodan isinitti hima.😁

Shar
e➬ @Mulataakeenya
Shar
e➬ @Mulataakeenya


Shagar post dan repost
App Kun Hallan Dalagaa Jirra Daffa Link kanaan Seena Bufadhaa Amumaa React godha me ga

https://play.google.com/store/apps/details?id=xyz.sevennetvpn.org


@fare_99


Poolisii shamaraa takkaan sin jalladhe jedhee itti himnaan ragaa nama sadii qopheessi nan jette😏


Durbaa daree ofiitii jaalachuu jechuun gosa barnoota tokko ofumaan ofittii dabaluu jechuudha😌😌😁😁😂😭😢


durba gabaabduu yeroon argu fiigii irra utaali na jedha.😥🥱


Seexanni gaafa mudii sitti qabattu chikii bilbila hin qabne si jaalachiifti😀


Lack of direction, not lack of time, is the problem. We all have twenty-four hour days.
― ZigZiglar


Jireenya 😢😢

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵
7,Deebitee check gootee/ilaalte.😁
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru🙈
9, Ofitti kofalte.🤦‍♀️😋
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne🙄
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte😂
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.


Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤭😂


Midhagdee Jiratuus 🥰
Miidhamtee jiraatus😔
Adunyaan kun Kontiraata ta'uu hin dagatin😓


Utuu Qubee "S"n Hin jiraanne  udaan taanera
Jette Biyyi  SUDAAN


💀

Share@Mulataakeenya
Share
@Mulataakeenya


Garagarummaan Nama Dalagatetifi Baratee Akka Bluetooth fi WiFi ti
WiFi password nama Gaafata😁


📜🖊__||°. Wanta Si fayyadu irratti bololu(Sassati) . Kuni Dhaamsa Rasuulaatiصلى الله وسلم عليه  " wanta Si fayyadu irratti bololi". Yaa Muslimticha/ttii Dhaamsa kana Silaa Barreeffattee Fuuldura ija keetii Kaa'attee!. Posti, Share, Like fii Comment Gochuu keessattillee  Wanta Si fayyadu irratti bololi, Lubbuu kee wanta Faayidaa qabuun Busy godhi, Wanta kanarraa hafe Ofirraa lakkisi Dhiisii irraa garagali!".

#تبصّر_بالإنصاف🌿


MIIRA JECHOOTA dan repost
💎Kun addunyaaf oduu gammachiisadha!✅

Waraanni suukaneessan Israa’elii fi Hamaas gidduutti ji’oota 15 oliif dhiiga lammiilee dhangalaasaa ture, har’a waliigaltee dhukaasa dhaabuurra ga’ameera.

Qabxiilen waliigaltee ijoon:-
🔹Humnoonni Israa'el Gaazaa keessaa meetira 700 (2,297 feet) of duuba ni deebi'u!

♦️Humni Israa’el booji'amtoota Falasxiin gara 2,000 kan gadhiisu yoo ta'u, isaan keessaa 250 kana dura adabbiin umurii guutuu kan itti murtaa'e ta'uu ibsameera.

🔹Hamaas namoota Israa'el booji'aman 33 gadhiisa.

🔹 Haleellaa Israa'eliin kanneen Gaazaa keessatti miidhaman yaala fayyaa argachuuf imaluu ni danda'u.

♦️Karaan Raafaa fi Masrii walitti ceesisu marsaan jalqabaa eegalamee guyyoota torba booda ni banama.

🔹Israa'el daangaa Gaazaan Masrii waliin qabdu; Koridoorii Filadelfii irraa duubatti deebi'uu eegaltee boodarra sadarkaa sadarkaan Strip keessaa ba'uu ni jalqabdi fa’aadha” jedhameera.
Finally a glimmer of hope for peace🕊️
#GazaCeaseFireNow #now #GazaCeasefire

⚡️@MIIRA_JECHOOTA ⚡️


Sooressa yakkamaa fi Hiyyeessa barateen marfamnee, akkamiin dhaloota dhufuun 'barnooti furtuu milkaa'inaati.' jennee amansiisnu?

Robert Mugaabee


𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐀𝐧𝐢𝐢 𝐒𝐨𝐫𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐮 𝐉𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐬𝐚𝐧 𝐄𝐧𝐲𝐮𝐮𝐭𝐮 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐚? 😂
@ᘻᑘᒪᗩᖶᗩᗩᖽᐸᘿᘿᘉᖻᗩ

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.