Postlar filtri




EXO DISK ቤት dan repost
⚠️Free ተለቋል።✅✅✅✅
ቤቲንግ ለጠመመባቹ ብቻ።

ከኛ ጋር የማይቻል ይቻላል ድንቅ አዲስ ቻናል፣ ምን ትጠብቃላቹ፣ ተቀላቀሉ እና የድሉ ተካፋይ ሁኑ ።

ተቀላቀሉን 👇👇

https://t.me/+4cpoCrrCH5Y3M2Q0
https://t.me/+4cpoCrrCH5Y3M2Q0


MIIRA JECHOOTA dan repost
💎Kun addunyaaf oduu gammachiisadha!✅

Waraanni suukaneessan Israa’elii fi Hamaas gidduutti ji’oota 15 oliif dhiiga lammiilee dhangalaasaa ture, har’a waliigaltee dhukaasa dhaabuurra ga’ameera.

Qabxiilen waliigaltee ijoon:-
🔹Humnoonni Israa'el Gaazaa keessaa meetira 700 (2,297 feet) of duuba ni deebi'u!

♦️Humni Israa’el booji'amtoota Falasxiin gara 2,000 kan gadhiisu yoo ta'u, isaan keessaa 250 kana dura adabbiin umurii guutuu kan itti murtaa'e ta'uu ibsameera.

🔹Hamaas namoota Israa'el booji'aman 33 gadhiisa.

🔹 Haleellaa Israa'eliin kanneen Gaazaa keessatti miidhaman yaala fayyaa argachuuf imaluu ni danda'u.

♦️Karaan Raafaa fi Masrii walitti ceesisu marsaan jalqabaa eegalamee guyyoota torba booda ni banama.

🔹Israa'el daangaa Gaazaan Masrii waliin qabdu; Koridoorii Filadelfii irraa duubatti deebi'uu eegaltee boodarra sadarkaa sadarkaan Strip keessaa ba'uu ni jalqabdi fa’aadha” jedhameera.
Finally a glimmer of hope for peace🕊️
#GazaCeaseFireNow #now #GazaCeasefire

⚡️@MIIRA_JECHOOTA ⚡️


Sooressa yakkamaa fi Hiyyeessa barateen marfamnee, akkamiin dhaloota dhufuun 'barnooti furtuu milkaa'inaati.' jennee amansiisnu?

Robert Mugaabee


𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐀𝐧𝐢𝐢 𝐒𝐨𝐫𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐮 𝐉𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐬𝐚𝐧 𝐄𝐧𝐲𝐮𝐮𝐭𝐮 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐚? 😂
@ᘻᑘᒪᗩᖶᗩᗩᖽᐸᘿᘿᘉᖻᗩ





Jaarsi du'uu ka'e
sin abaarin, Daa'imni
ol guddatu sin jibbin!!





JECHAMOOTA dan repost
⭐️seera bu’uura jireenyaa🔥🔥

❶Kan darbee wajjin nagaa buufadhu akka inni egeree kee hin jeeqneef.

❷Namoonni biroo waa'ee kee wanti yaadan dhimma kee miti.

❸Gammachuu keetiif itti gaafatamaan si qofa.

❹Jireenya kee namoota biroo wajjin wal hin madaalin, wal bira qabuun hattuu gammachuuti.

❺Yeroon waan hunda jechuun ni danda'ama fayyisa. Yeroo itti kenni.

❻Garmalee yaaduu dhiisi.Deebii hunda beekuu dhiisuun homaa miti.

❼Kolfi.Sababni isaa,Abbaan rakkoo addunyaa kanaa si qofa miti.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🖋️@jechoota🖌️


⭐️ Mallattoolee mo'amtootaa:

1️⃣ Galma hin kaa'atan

2️⃣ Itti gaafatamummaa hin fudhatan

3️⃣ Gufuu qofa argu

4️⃣ Yeroo hunda sababa hin dhaban

5️⃣ Yaada namoota biroo irratti hundahuu





Jaalalli dhugaa onnee
nama kamiiyyuu hin cabsu
onnee cabde fayyisa ❤





Waan barbaaddeef wareegama hin baastu taanaan wanti barbaadde wareegamaa ta'a.
@MULATAAKEENYAA


Ifaa akka aduu tahii, kan namuu dhufee humna anniisaa irraa qabsiifatu.

"Nama taatee jiraachuu kan eegaltu gaafa ofirra dabartee namaafis tahuu jalqabdeedha."


Shagar post dan repost
Nama tokkof bilisan nan keenna gift abban caara duraa seena

t.me/memhash_bot/start?startapp=dmjWP_gift


@Fare_99


Dubbiilee Gaggaarii Guyyaa Guyyaadhaan ofirratti Dubbachuu Qabdu ✍️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha
15. Ani tattaaffii godha!
16. Ani fayyaa qaba!
17. Ani dhaggeeffataa dha!
18. Ani nan gammada!
19. Ani dureessa!
20. Ani nama kabaja qabudha
21. Ani nama dubbii koo eegudha!
22. Ani amanamaa dha!
23. Ani carraa qabeessa!
24. Ani gaggeessa dha!
25. Maallaqa koo sirnaan itti fayyadama!
26. Ani nama kennudha!
27. Ani nama yaada gaarii qabudha!
28. Ani nama gatii guddaa qabudha!
29. Ani jabaadha!
30. Yerootti sirnaan fayyadama!
31. Ani nama tasgabbaa'adha!
32. Ani michuudha!
33. Ani namummaa gaarii qaba!
34. Ani boqonnaa qaba!


Namoota mul'ata isaaniif murtoo dhaabbataa hin qabne waantoota jahaan kanatu bitaaf mirgaan goolii itti  lakkofsisa!.

Isaanis:
1.Sodaa Hiyyummaa
2.Sodaa Ceephoo
3.Sodaa Fayyaa dhabuu
4.Sodaa Jaalala nama tokko dhabuu
5.Sodaa dullumaafi
6.Sodaa du'aati.
Waanti nama dhibu! Sodaan hiyyummaa yaada sammuuti malee waan qabatamaatti mul'atu
miti. Waanti Rabbii gaditti biyya lafaa kana bitee jiru ammoo yaada waan ta'eef yaadni sodaan
guutame milkaa'ina kamuu mancaasuu danda'a. Humni yaadaa guddaa waan ta'eef.

✓Sodaan kutaa Muuxannoo sammuu laamshessa
✓Sodaan ofitti amanamummaa mancaasa
✓Sodaan dharraa waan tokko hojjechuuf qabdu hadoocha.
✓Sodaan kaka'umsa hirrisa
✓Sodaan kaayyoo ketti akka hin amanne si taasisa.
✓Sodaan karoora kee milkeessuuf carraaquu dhiistee teessee haala mijataa akka eegdu si taasisa.
✓Sodaan of too'achuu akka dadhabdu si taasisa.
✓Sodaan gammachuun akka si baqatu taasisa.
✓Sodaan daddeettii yaaduu kee dadhabsiisa.
✓Sodaan sammuuf qalbiin kee karoora tokkorratti akka hin xiyyeeffanne godha.
✓Sodaan kutannoo kee barbadeessa.
✓Sodaan miira jaalalaafi hiriyyummaa dhabamsiisa.
✓Sodaan hirriba gahaaf gammachuu akka dhabdu si taasisa.

√Kanaaf maal goota beektaa? Sodaadhuma mataasaa ofirraa sodaadhu!


Jiruun bara kanaa
Silas filannoodhaa
Diimtuun yoo na didde
Magaalleen Jaalladha
❤️


MIIRA JECHOOTA dan repost
⬇️Abbaa profile kana hedduun jaladhaa ⬇️

💎 LOVE. 👈





✓ "Namni cal'isu, nama yaada
guddaa qabu yookiin nama
yaaddoo guddoo qabu...!!




FREE INTERNET dan repost
Repost
• Yoo balali'uu hin dandeenye; fiigi;
• Yoo fiiguu hin dandeenye; adeemi;
• Yoo adeemuu hin dandeenye; sussuki!
• Garuu, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu qabda!" (Martin Luther King!)

» If u can't fly, then run;
» If u can't run, then walk;
» If u can't walk, then crawl!
» But, whatever u do, you have to keep moving forward!" (Martin Luther King!)


"Yoo abdii hin kutanne, ammallee carraa of harkaa qabda, abdii kutachuun jalqaba kufaatii keenyaati.”


Deemsa galma qabu,
Kan ati jalqabdu,
Gaafa sammuu gantee,
Onnee jalaa-qabdu!
Jechuun;
Waa'ee waa jalqabuu,
Waa'ee waa xumuruu,
Waa'ee wanta dhufuu,
Waa'ee wanta deemuu,
Waa'een ardii gamaa,
Onneetti argama!


Biddeen bituu suuqii deemtee intala bareedduu suuqii keessatti yoo argitu...........

Biddeen kee bayyee gaariidha.....
Daabboon kee hoo akkam?? 😂😂

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.