♡︎𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀♡︎
Sagalee dubbii keetin
Ijaarta diigamaa
Cabaa hedduu ka'ee
Siin duratti aggaama
Randa miixuu ulfaatu
Namaaf goota dirree
Gargaarsa abbumaa kee
Si gitu inagarree
Marfama dukkanaa
Homtuun qaxxaamurre
Mil'uu ifa keetin
Namaaf hiixatta irree
Jooraa haalliif barri
Mogolee isaa raasu
Ati immoo ni jabeessitaa
Akkanni dhimma baasu!
Jesus ☦️⛳
Sagalee dubbii keetin
Ijaarta diigamaa
Cabaa hedduu ka'ee
Siin duratti aggaama
Randa miixuu ulfaatu
Namaaf goota dirree
Gargaarsa abbumaa kee
Si gitu inagarree
Marfama dukkanaa
Homtuun qaxxaamurre
Mil'uu ifa keetin
Namaaf hiixatta irree
Jooraa haalliif barri
Mogolee isaa raasu
Ati immoo ni jabeessitaa
Akkanni dhimma baasu!
Jesus ☦️⛳