Faana ulfinaan dhuftee
Darbite cubbuu kootti
Isan an arguuf hawwe
Naaf ifte dukkana kootti
Ba'aan yakka koo ulfaatee
𝐈san ittiin mankaraaru
Aantif firri naan argine
Situ dhufe na gargaaruu
Bir'dhannaan qabu sana
Birmadummaatti jijjiirtee
Galman baraan itti boqadhu
Mirga keetti anaan kiiste
Amma garuu an mucaa keeti
Jireenyi koo martuu haaraa
Homtuu goolii nattin kaasu
Karaa keen argadhe faara
Holmaa ati anaaf oolte
Isa sammuu koon olii
Silaa dubbadheen fixuu
Maqaan kee haa jedhu oli
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬☦️💓
Darbite cubbuu kootti
Isan an arguuf hawwe
Naaf ifte dukkana kootti
Ba'aan yakka koo ulfaatee
𝐈san ittiin mankaraaru
Aantif firri naan argine
Situ dhufe na gargaaruu
Bir'dhannaan qabu sana
Birmadummaatti jijjiirtee
Galman baraan itti boqadhu
Mirga keetti anaan kiiste
Amma garuu an mucaa keeti
Jireenyi koo martuu haaraa
Homtuu goolii nattin kaasu
Karaa keen argadhe faara
Holmaa ati anaaf oolte
Isa sammuu koon olii
Silaa dubbadheen fixuu
Maqaan kee haa jedhu oli
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬☦️💓