JESUSGLOBAL🌍:
Far. 102
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁹ Waaqayyo iddoo isaa isa qulqulluu ol gararraa sanaatii gad in ilaala, bantii waaqaa keessaas gara lafaa in ilaala.
²⁰ Inni aadnaa warra hidhamanii dhaga'uu, warra du'i itti murames gad dhiisisuu in barbaada.
“hafuurri yaada cabaa aarsaa Waaqayyo biratti fudhatamuu dha, yaa Waaqayyo, ati garaa cabaadhaafi bullaa'aa hin tuffattu!”
— Far. 51:17
Far. 107
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ Rakkina isaanii keessatti gara Waaqayyootti iyyatan, yommus inni muddama isaanii keessaa isaan in baase.
²⁹ Qilleensa jabaa sanas gab godhe, dha'aan galaanaas calluma jedhe.
Qilleensa hamaa gab sirraa haa godhu! Guyyaan Gaarii!
Yoh. 14
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ Abbaan ilma isaatiin ulfina akka argatutti, waanuma isin maqaa kootiin kadhattan ani nan raawwadha.
¹⁴ Waanuma tokko isin maqaa kootiin yoo kadhattan, ani nan raawwadha" jedheen.