Qaroo Waamaraa👁️👁️ dan repost
Ayyaanaan Wal qabatee post nu qunnamaa turan 😁
🖊️"Gaarii haadha ormaarra yartuu haadha ofii wayya"😥#post-ijoollee-biyya-hambaa
🖊️"Fageenya na dhoowweef malee si yaaduu hin dhiifne harmee Koo"😥#post-ijoollee-univrsity
🖊️"Koottaa daabboo nyaannaa"😁post-ijoollee-magaalaarraa-maatii-bira-deemanii
🖊️Ayyaanni biyyatti hafe as maaltu jira😥#post-ijoollee-mana-kiraa-jiraatanii.
🖊️Kanuma qaban qaqqabatu😎post laaxxee ayyaana qofaa dabarsee.😁
🖊️"Ati qofaan waggaa kuma naaf jiraadhu tokkittii koo"😍#post nama dhihoo fuudhee
Isin Kam keessa jirtu😁????hundaafuu Baga irraa haftan jechuudhumaafi.🙄 @highlight