🗣️ Luwiis Saahaa: “Pool Poogbaan yeroo kanatti Maanchistar Yunaayitid keessatti deebi’ee arguun baay’ee natti tola. Yeroo inni ga'uumsatti deebi'ee taphachuu danda'utti garee Maanchistar Yunaayitid keessa seenee taphattoota ciccimoo keessaa tokko ta'uu danda'a .
''Taphattoonni baay'ee na gammachiisan muraasni jiru. Amad na gammachiisa. Neymaar na gammachiisa. Poogbaan na gammachiisa. Addunyaa kana irratti taphattoonni waan Pool Poogbaan hojjechuu danda'u hojjechuu danda'an muraasa qofa. , kanaaf akka kootti boqonnaa biraa Maanchistar Yunaayitid waliin yoo eegale nan jaalladha.”
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ