Cholle Tech dan repost
🔐💸 Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa!
❌ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking Yeroo Kamiyyuu hojjachuu hin qabne.
Mobile banking fayyadamuun maallaqa keenya sochoosuu fi tajaajilamuuf salphaa taʼus, saamtoota fi yakka dijitaalaatiif karaa salphaa taʼuu dandaʼa. Kanaaf of-eeggannoo armaan gadii hordofuun baayʼee barbaachisaa dha 👇
1️⃣ PIN keenya namaaf qooduu dhabuu
❌PIN mobile banking keenya Lakkoofsota salphaa fayyadamuu him qabnu (1234, 0000, bara dhalootaa)
🔄 PIN keenya yeroo yeroon jijjiiruu.
🚫 Nama kamiifuu PIN keenya kennuu hin qabnu.
2️⃣ Koodii OTP namaaf kennuu dhabuu
📩 Koodiin lakkoofsa 4 ykn 6 SMS’n dhufu Kan dhuunfaa keenya qofa.
🚨 OTP kennuun = furtuu maallaqa kee kennuu dha
3️⃣ Liinkii sobaa (Phishing) irraa of-eeguu.
⚠️ Ergaan akka “Herregni kee cufameera” ykn “Badhaasa moʼatteetta” jedhan fa'a soba waan ta'eef soba ta'uu irraa of eeguu.
🔗 Liinkii shakkisaa tuquu him qabnu.
📞 Lakkoofsa bilbila baankii Isa sirrii qofa beeknee fayyadamuu (fakkeenyaaf CBE: 951)
4️⃣ Appii baankii Isa sirrii qofa fayyadamuu
✅ Appii baankii Play Store ykn App Store irraa qofa buufachuu qabna.
🚫 Appii Telegram ykn Bluetooth irraan nuuf ergame install gochuun fayyadamuu dhabuu
🔄 Appii yeroo yeroon update gochuu.
5️⃣ Wi-Fi uummataa fayyadamuu irraa of qasachuu
📡 Kaafee, hoteela ykn buufata xiyyaaraa kessssatti mobile banking fayyadamuu irraa of qasachuu qabna.
📱Yeroo Mobile banking fayyadamuu Deetaa bilbila mataa keenyaa qofa fayyadamuu qabna.
6️⃣ Bilbila keenya eegachuu
🔒 Screen lock (PIN, Fingerprint ykn Face ID) bilbila keenyatti godhachuun fayyadamuu.
🚪 Mobile banking fayyadamnee yoo xumurre logout gochuu qabna.
📩 SMS alert banachuun– sochiin maallaqaa keenya baruun barbaachisaadha.
🚨 Bilbilli keenya yoo bade ykn maallaqni yoo hatame:
☎️ Mobile banking keenya ariitiin akka cufamu gochuu.
📵 SIM card keenya dafnee cufsiisuu.
✅ Namoota biroof share gochuun hattuu digitaalaa irraa of eegaa.
#Cholletech #mobilebankingfraud #info #techtips