๐ Namni Waaqa irraa araara kan argatu nama biraatiif araara taasisuu yoo danda'e dha.
๐ Bu'aa ba'iin jireenya keessa jirru kamiyyuu hammam guddaa ta'us nuti guddina rakkoo sanaa oli dha.
๐ Waaqni waan nuti baachuu hin dandeenye nuuf hin kennu.
๐ Baduu/kufaatii/du'uu/raakama/ rakkina namaatti ni gammadda yoo ta'e ati nama fayyaa faakkaatu garuu, dhibamaa dha.
๐ Namni of jaalatu nama biraas jaalachuu qaba.
๐ Namni du'uu nama biraaf fiigicha tolu gufuu badiinsa sosocho'aa namoota dura bu'u ijji namoota hedduu ilaaltu fi ijji muraasni argitu dha.
๐ Hamaa ta'ee namni dhalate kamiyyuu hamma hin jirretti hamaa ta'anii jiraachuuf wanti nama dirqamsiisuu hin jiru.
๐ Adunyaa/dachee tokko kan taasise Waaqa dha.
๐ Iyyi ollaa keenyaa akkuma nu jeequ gammachuun isaaniis nu gammachiisuu qaba.
๐ Adunyaan kun namoota mirga isaanii baayyee beekanii fi dirqama isaanii hedduu dagan baayyee baattee jiraatti.
๐ Namni kan jiraatu jaalatee qofa utuu hin taane dirqama dha. Jireenyi/jiraachuun dirqama dha.
๐ณ Dhiironni waan tokko ibsuuf jechoota muraasa fayyadamu; dubartootni waan walfakkaataa sana ibsachuuf jechoota hedduu fayyadamu.