#Kutaa 3ffaa fi isa xumuraa!! 🙌
✅ Biil hooggana ‘Microsoft’ irraa bara 2006 nama baalmaarii jedhamuuf keennanii irraa bu’aniiruu. Sana boodas aangoo biraatiin hoogganaa turanis waxabajjii 27, 2008 guutuman guututtii kaampaanicha keessaa bahuun yaada ofii gara hojii tola ooltummaattii deebiseere.
✅ Biil geetiis osoo biiyya tokko ta’eetii biyya addunyaa keessaa qabeenyaan 63ffaa irratti argamu ta’a turee!!! Akkasumas qorumsa SAT 1600 keessaa 1590 deebisuun hangam dandeettii akka qabuu muldhiseera.
✅ Daa’imman isaa qarshii doolara biiliyoona 114.7 keessaa tokkoon tokkoo isaanii qarshii miiliyoona 10 qofa kenneefi! Akka ani yaaduttii yaada baayyee namattii toluu sababni isaas daa’imman qarshii haadhaa fi abbaa isaniitti of amantee guddachuu osoo hin taanee dafqa ofiittin kan fidan wayya.
🤔 Qopheesse kan isin waliin ture an 👉 @Firosol24
Nagaan bulaa!! Nama borii nu haa godhu!! 🙏
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔