✅ Guyyaa akka har'a waggaa 40 dura addunyaa kubbaa miillaa kanaaf kennaan ajaa'iba tokko kennamtee!! 🇵🇹
Maqaan guutu isaa Cristiano Ronaldo dos Santos Aveiro jedhama. Biyyi poorchugaal bakka argama taphataa urjii kana ishee jalqabaati.
Kan hafe seenaadha.........🐐
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Maqaan guutu isaa Cristiano Ronaldo dos Santos Aveiro jedhama. Biyyi poorchugaal bakka argama taphataa urjii kana ishee jalqabaati.
Injifataan baalandoori yeroo shanii kun har'a waggaa isaa 40ffaa kabajachaa jira.........🎉🎉
Kan hafe seenaadha.........🐐
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔