Biraazil addunyaa irratti biyya yakki olaanaan keessatti gegeefamu yoo taatu, guyyaatti giddu galeessaan namoonni 170 ni ajjeefamu. Indiyaan ammo guyyaatti giddu galeessaan namoni 101 ajjeefamuun sadarkaa lammaffaa irra jirti.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔