Bara 2016 keessa bilbilli harkaa Nookiyaa moodelli isaa 301 ta'e tokko, lubbuu lammii Afgaanistaan yeroo haleellaa raawwatametti rasaasni qaama isaa keessa akka hin seenneef gargaaree ture. Namni kun yeroo rasaasaan rukutamu, bilbilli kiisii isaa laphee irratti argamu keessatti baatee kan ture yoo ta'u, bilbilli kun dhiibbaa rasaasaa fudhatee, miidhaan cimaan akka irra hin geenye taasiseera. Taateen kun xiyyeeffannoo bal’aa kan argate yoo ta’u, miidiyaaleen oduu addaa addaatiin gabaasaniiru.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔