✅Biyya Naayijeeriyaa 🇳🇬 keessatti sabni lou jedhamuun beekamu tokko akkuma suuraa irratti argitan kana
✔️ Dubarttoonni biyya sanaa yeroo abbaan manaa ishee bilbiluuf kabaja isaaf qabdu ibsachuuf jecha daddaftee jilbbeenffattee itti hasofti jedhama. Kanaaf yeroo dubartiin tokko jilbbeenffattee bilbila haasoftu abbaa warraa ishee waajjin haasofti jechuudha.
Wanti akkasii kun osoo biyya keenyas dhufee😁
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔