KANA BEEKTUU ❓
Dubartoonni gosa Daanii jedhaman biyya Indooneezhiyaa keessa jiru. Qomoon kun qomoo kan biroorra qofaatti adda ba'anii jiraatu. Isaanis abbaa warraa isaaniif jaalala, kabajaa fi gudda isaaniif qaban ibsuuf yeroo abbaan warraa isaanii du'u quba isaanii walakkaatti of irraa kukkutu. 😰
⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔