Liivarpuul dursum isaanii cimsanii jiru!
Kilabiin Merseyside Liverpool tapha liigii isaanii Saawuzhaampitan waliin taasisaniin 3 fi 1n injifateera.
Mohaammad Salaah Liivarpuulif goolii lama galchuun Darwiin Nuuneez ammoo goolii 1 galchuun Saawuzhaampitanif, SmallBone ammoo rukuttaa galche.
Taphataan sarara fuulduraa Egypt Mohaammad Salaah bara kana goolii liigii digdamii torbaffaa galche.
Mohaammad Saalaa seenaa keessatti goolii 2️⃣4️⃣3️⃣ galchuun sadarkaa olaanaa sadaffaa Liivarpuul ta'uun seenaa hojjeteera.
Mohaammad Saalaa seenaa Liivarpuul keessatti taphataa jalqabaa ta'ee bara dorgommii tokko keessatti goolii 44 irratti hirmaatera.
Taphoota biroo keessatti .
Biraayitan vs Fuulhaam 2-1n injifate.
- Kiristaal Paalaas Ipswich Town 1-0n injifate.
Sadarkaan liigii isaanii maal fakkaata?
1️⃣ Liverpool: qabxii 70
2️⃣0️⃣ Saawuzhaampitan :- Qabxii 9 .
Sagantaa itti aanuu?
Roobii - Liivarpuul fi Evertan
Sanbata - Saawuzhaampitan vs Woolviis .
Share➬ @DirreIsporti