Haasaan Jibbinsaa fi Odeeffannoon Sobaa babal’achuun, sirna Hawaasummaa, Tasgabbii Siyaasaa, Tokkummaa ummataa, kabaja dhala namaa, Hedduminaafi Walqixxummaaf balaadha. Kanaaf gocha suukaneessaa kana ittisuu fi to’achuuf namni hunduu gahee isaa bahachuu qaba.
Haala kamiinuu haasaa jibbinsaa fi Odeeffannoo Sobaa yeroo argitan lakkoofsa bilbila bilisaa 9192 bilbiltanii gabaasuu hin dagatinaa.
Haala kamiinuu haasaa jibbinsaa fi Odeeffannoo Sobaa yeroo argitan lakkoofsa bilbila bilisaa 9192 bilbiltanii gabaasuu hin dagatinaa.