Yeroon eegumsaa xumuramaa jira. Fiilmiin Afaan Oromoo Finnaaf guyyaa boruu akka lakkifamu Tele Tv'n beeksisee jira.
Fiilmiin kun badhaasota hedduu injifachuu isaa fi akkasumas kaadhimamuu isaa ni beektu. Ammas boqonnaa haaraan as ba'uuf jedha.
@Fiilmiin