Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti dhiyeenya qabuun hariiroo uumuu waan barbaadaniifidha. Akka namaatti haalduree tokko malee jaallatamuun yeroo hunda hiriyoota keenyatti dhihoo ta’uu ni hawwina. Hariiroo (intimacy) gaarii ta’e hiriyaa jaalattuu waliin uumuuf maal gochuu barbaachisa?
👇👇
https://gaggeessummaa.com/hariiroo
👇👇
https://gaggeessummaa.com/hariiroo