Yaada garaa isa Kristos Yesus
qaba ture qabaadhaa!
Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu,
ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin
wal isa qixxeessu
wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne.
Inni ulfina sana gad dhiisee,
akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe;
bifa garbummaa in fudhate;
fakkaattii namummaatiin in dhalate,
waan hundumaanis nama ta'ee argame.
Inni gad of deebisee,
hamma du'aatti, hamma fannifamee du'utti iyyuu
abboomamaa ta'e.
Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee
guddaa ol isa qabe;
maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu kenneeraaf.
Kanaanis warri bantii waaqaa keessa jiran,
warri lafa irraa, warri lafa jala jiranis
hundinuu ulfina maqaa Yesusiif
jilbeenfatanii akka sagadan godhe.
Arrabni hundinuus,
ulfina Waaqayyoo abbaatiif,
Yesus Kristos gooftaa akka ta'e
beeksisuuf jiru.
Filiphisiiyus 2:5-11
👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1
Join : @BarsiisaWangeelaa