ππππππ πππππTππ ππππππ
π πππππππππ::
1ffaa:
Deebii: Bau 3:11 - 4:17
I. Bau 3:11-12
Gaaffii Musee::
>βGara mootii Gibxii dhaqee, saba Israa'el biyya Gibxiitii kanan baasu ani eenyu?β
Β Deebii Waaqayyoo ::
βAni sii wajjin nan ta'a;....
II. Bau 3:13-14
Gaaffii Musee::
> βAni saba Israa'el bira dhaqee, βWaaqayyo isa kan abboota keessaniitu isinitti ana ergeβ yommuun isaaniin jedhu, isaan immoo βMaqaan isaa eenyu?β jedhanii na gaafatu; ani immoo maal isaaniin jedhu ree?β
Deebii Waaqayyoo ::Β
> βAni βIsa jiraataa dha;.....
III. Bau 4:1-2
Gaaffii Musee::
>βKunoo sabni Israa'el, βWaaqayyo sitti hin mul'anneβ naan jedhanii, ana hin amanan, dubbii koos hin dhaga'an ta'a!
Deebii Waaqayyoo ::
βMaal inni harka kee keessaa?β
IV. Bau 4:10-11
Gaaffii Musee::
> βYaa Gooftaa koo, ani duris nama arraba qajeelu miti, erga ati ana garbicha keetti dubbattee jalqabees ani nama akkasii hin taane; ani afaan koo hidhamaa dha, arrabni koos anatti in ulfaataβ!
Deebii Waaqayyoo ::
> βAfaan namaa eenyutu uume? Eenyutu didaa yookiis duudaa, kan argu yookiis jaamaa isa godha? Ana Waaqayyo mitii ree?
V. Bau 4:13-17
Gaaffii Musee::
>βYaa Gooftaa koo, hadaraa nama biraa utuu ergitee in wayyaβ
Deebii Waaqayyoo ::
>.......Ati Ulee ittiin milikkita argisiiftu kana of harkatti in qabattaβΒ
Bifa Gabaabaa Taheen::
Β Β Deebii: Bau 3:11 - 4:17
I. Dandeettii hin qabu->Ani si wajjiinan taha
II. Ergaa hin qabu->Kan jiruu fi kan jiraatu
III. Aangoo hin qabu->Harka Kee Keessa Maaltu Jira
IV. Dubachuu hin danda'u ->Afaan Kee wajjiinan taha
V. Namoota Biroo fayyadami->Ulee harkatti qabadhu
2ffaa:
Deebii : "#Biyya_Anxokiyaa" HOE 11:26
3ffaa:
Deebii: 34,000
β Cuubbuun Ilmaan Elii Lamaan Hofnii fi Fiinehaas Sukkanneessaa tahuu Isaa (1Sam 3:11-14)
βNamoonni Israa'el Kumni Afur(4,000) tahan dhumuu (1Sam 4:2)
βLoltoonni Israa'el Lafoo qofti Kuma Soddoma (30,000)tahan dhumuu(1Sam 4:10)
β Walumaa galatti 4,000 + 30,000 = 34,000
4ffaa:
Deebii: #Cuuphaa". 1Phex 3:21
5ffaa:
Deebii: Β Yeroo Isaan Yesuusii wajjiin Turan ibsuu Ture Innis"
Yeroo Cuuphaa Yohannisii jalqabee, hamma guyyaa gooftaan itti isaan biraa ol fudhatameetti" Akka tahan
Β Β Β Β Β Hoe 1:21-25
6ffaa:
Deebii: #Miiryaam" Bau 15:20-21
7ffaa:
Deebii: #Hisqiyaas".Β 2Mot 20:1-7
8ffaa:
Deebii:
A. " #Simoon_Phexros"/Phexros Mat 14:28
B. "#Indriiyaas" Yoh 6:8-9
C. "#Simoon_Phexros"/Phexros Mat 16:15-16
D. "#Yaaqoobii Fi #Yohaannis" ilmaan Zabdewos. Mar 10:35-37
E. "#Filiphos" Yoh 14:8
F. "#Naataanaa'el" Yoh 1:45-48
G. "#Toomaas" Yoh 20:25-28
H. "#Yihudaa Ilma Yaaqoob" Yoh 14:22
9ffaa:
Deebii: #Gaggeessaa_Hafuura_Waaqayyootin 2Xim 3:16
10ffaa:
Deebii: "#Raaajicha_Ermiyaas"
Sababa: gadda inni cubbuu saba isaatiif, badiisa Yerusaalemii fi hidhamtoota ta'uu isaaniitiif yeroo hunda kan ibsu tureefidha.
Erm 9:1,Β 13:17, 14:17, 13:20, 15:17
BONUS:
Deebii: "#Siilaas" Hoe: 15:40, 16:19,Β 17:10, 17:14-15,Β Β 18:5