🤔Iddoon Argama Boqonnaa Keessanii Eessa?
🤩Anaaf Iddoon Boqonnaa kooti Iddoo Argama Waaqayyooti!
💡Macaafa Faarfannaa 23:1-2
1 Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!
2 Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
Iddoo Boqonnaa Keessanii Tuquun Chaanaalii Isiniif dhufu JOIN godha❣️❣️❣️