โช๏ธ Bor Waldaa Deemuu Hin Dagatiinaa! Yommuu Deemtan immo #Macaafa_Qulqulluu ๐ fi #Yaadannoo ๐ Qabachuu Akkasumas #Uffannaa_Bareeda_Kiristiyaanummaa Madaalu Uffachuu ๐ด๐ Hin Dagatiinaa! Eebbifamaa ๐ฅฐ๐ฅฐ
๐1Pheexroos 2:2
Halkan Gaarii!!
๐GWP MEDIA
๐1Pheexroos 2:2
2 Akka mucooliin reefuu dhalatan aannan barbaadanitti, isinis fayyinaaf ittiin guddachuudhaaf yeroo hundumaa dubbii hafuuraa isa haxxummaan keessa hin jirre akka aannanii sana dharra'aa!
Halkan Gaarii!!
๐GWP MEDIA