💡| Hisqi'el 37:26-27
26 Ani kakuu nagaa isaaniif nan gala, innis kakuu bara baraa isaaniif in ta'a; ani isaan nan dhaaba nan baay'isas, iddoo qulqullaa'aa isa kan kootiis bara baraan isaan gidduu nan dhaaba;
27 godoon koos isaan bira in ta'a, ani Waaqayyo isaanii nan ta'aaf, isaanis saba koo in ta'u;
LIKE | JOIN | SHARE 📣GWP MEDIA
🔍 | JOIN GOCHUUF |👉🏼 AS TUQI