Ergichi isin jalqabaa jalqabdanii dhageessan, "wal jaallachuun nuuf ta'a" isa jedhuudha.
1 Ergaa Yohannis 3:11
Ergaan ijoo- walii walii keessan jaalladhaadha. Ergaan waaraa- walii walii keessan wal jaalladhaa. Ergaan baay'ee nama qeequ - walii walii keessan wal jaalladhaa. Ergaan inni baay'ee ulfaataa - walii walii keessan wal jaalladhaa. Kun walaloo tokko na yaadachiisa- "du'a booda qulqulloota jaallannu waliin ol gubbaa jiraachuun o hangam waan kabajaa qabuudha. Haata'u malee, qulqulloota biyya lafaaratti beeknu waliin jiraachuun immoo - kun ammoo baay'ee addadha. Haata'u malee, kun waamicha jireenya keenya keessatti akka raawwannuuf itti waamamneedha. Kun ergaa waaraaf ta'e Waaqayyo ijoollee Isaa irratti akka mul'atuuf barbaadudha. Baanee haa jiraannu.
@Jaala_Dhugaa