"Maanchester Yunaayitid motora Piriimiyerliigii Ingiliiz" Ruben Amorim
Leenjisaan olaanaa lammii Poorchugaal Maanchistar Yunaayitid Ruuben Amoorim erga leenjisaa ta'uun kilabicha fudhatee booda yeroo jalqabaaf miidiyaa Yunaayitid waliin haasa'aniiru.
Leenjisaan kun "yaada addaa akka argitan isin mirkaneessa, Maanchistar Yunaayitid bakka isaaf malutti galchuuf waanan qabu hunda nan kenna" jedheera.
"Garuu yeroo akka nu barbaachisu ni beekna, injifachuu qabna. Taphoota injifachuun yeroo qabna jechuudha," jedhe.
Dhumarratti Ruuben Amoorii akka yaada kiyyaatti Maanchistar Yunaayitid motora ijoo Piriimiyerliigii Ingiliiz ti.
ⓈⒽⒶⓇⒺ
ⓈⒽⒶⓇⒺ
Gorsa fayyaaf
👉
@fayyaaoromoo Gaaffiif
👉
@jechabot Bashannanaaf
👉
@jechama1