Yeroo ta'e mana Dr. Negaasootti walga'ii qabna ture "Gumii nagaa" garee tola ooltota waliin dhimma nagaa fi tokkummaa irratti mari'anna. Keessattuu jaarmiyaaleen siyaasaa maqaa ummata Oromootiin gurmaa’an garaagarummaa isaanii dhiphisuun akka walitti dhufan garee jajjabeessu ture.
Dhimma Walgahii kanaa dhiifnee hirmaattoota keessaa tokko kan ta'e dhimma na taphachiise sinitti hima. Bakki isaa Dambiidoolloo dha.
Bakki sun dukkanaa'eera. Mucaa daa'imaa tokko sarbaa akkoo isaatti baatamee jiru tokkotu akkoo isaatii akaakayyuun isaa eessa akka jiru gaafate. Akkoon isaas mana hidhaa akka jiru itti himte.
Abbaan isaas manaa bahee maaliif akka hin deebine gaafate.
Innis mana hidhaa akka jiru itti himan akkoon isaa!
Mucaan kun akka ijoollummaa isaatti yaadee "Anis Gaafan guddadhu mana hidhaa keessa jiraadha jechuudhaa?" ›› Jedhe ija akkoo isaa keessa ilaalaa.
Akkoon isaas gaaffii kanaan rifattee deebii dhabanii osoo xiinxalanii gaaffii biraa itti dabaleef.
"Akkoo... guddachuu dhiisuun hin danada'amuu?" Jedhee!
Gaaffii dhalootaa hin deebine.
Yeroo tokko Befekadu Moroda kan barreesse..
@jechama1 Afaan oromootti hiiketti
✅ Follow ✅
Bohaartiif 👉 BOHARTII_MEDIA
Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif 👉 @UrjiiJobsVacancy

"... guddachuu dhiisuun ni danda'amaa?