Postlar filtri


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ዛሬ ንጋት ላይ ማለትም በ11/03/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዕዝ በቄሌም ወለጋ ዞን ሀዋ ገላን ወረዳ ቀበሌ 21 በመባል የሚታወቀው ውስጥ የሚገኘውን ወታደራዊ ካምፕ በመክበብ ድባቅ በመምታት በርካቶችን ሙትና ቁስለኛ አድርጓል.....


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ በቀደም ማለትም በ6/03/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዓከላዊ ዞን የመገርሳ በሪ ብርጌድ በምዕራብ ሸገር ዞን ሜታ ሮቢ ወረዳ ላይ በፋሽስቱ ሠራዊት እንዲህ ድል ተጎናጽፎ ነበረ.....


Jabeessaa WBO dan repost
#Inbox

Salaalee Dharraa
Oduu Ariifachisaa
Finxaaleeyyiin faannoo konkolaataa
Sinotiraakii 1
Aysuusii 1
Aysuusii Qiqixii 1
Walii gala 3 meesha Gurguddaa Dishqaa dhaf Bireenii fi Sinaperii baayye waliin yeroo ammaa magaala Reemaa irraa gara ganda Biraabatt bu'aa jiranii uummaani keenya kallatti saniin jirtan dhagahaa wal dhageessisa of eeggannoo godhaa 🙏

Sheer waliif godhaa


Jabeessaa WBO dan repost
#inobx

PP namoota maqaa wbo deggaartan jedhuun hiitee kessaa namoota umurii 50 ol gara maati isaan galaa yommuu jettuu umurii 50 gadii gara adda waraanati fe,uuf qopheessa jirti!

OROMIYAAN BIYYA


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ10/03/25 በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ውስጥ የማዓከላዊ ዞን ሥር ኦዳ ከራ ብርጌድ ፋሽስቱን ሲወቃው ውሏል....ዝርዝሩን ከቆይታ በኋላ!


Mana isaati galgalaan baasaniit rasaasan dhahanii gatan.
Baraan goota awwaalla, dhiitee bariitu hayyuu qarayyoo sabaa of biraa dhabna, ganna dhufaa darbaa sabboonaa coranii ajjeesu nutis tibbuma tokko boonyee dhiifna. Akkanatu nu’i, nutu akkasi!

Barsiisaa Daawwit Bulchiinsa magaala buraayyuu keessa mana Jireenya isaatii galgala tikni mootummaa fi hidhattoonni gandaa dhaqanii qabanii deeman. Buufata poolisii bulchiisa magaalaa buraayyuu keessatti rasaasan erga rukutanii booda baasanii kilinika buufata poolisii cinaa jiru balbalarratti gatanii biraa miliqan. achii namoonni naannoo fi maatin hordofanii waldhaasa olaanaadhaaf Hoospitaala ABET galchanii waldhaansisaa guyyaa sadi yaalchidanis lubbuu isaa oolchuf hin carroomne.

Barsiisaa Daawit Baqqanaa Godina Wallagga lixaa magaalaa mandii keessaatti namni hin beekne hin jiru. Dararaa lafa dhalootaa isaatti irratti raawwatamu ijibbaatee gara buraayyuu erga godaanee waggaa kudhanii ol ta’us amma kunoo warri hidirsaa ture…!

Maati fi hiroyyoota isaa hunda addatti hiriyyaa koo Gamada B Abdisa waaqayyo jajjabina isiniif haa kennu. Kana caala jecha hin qabu😢

በጥይት ራሷን የቻለች ሀገር ይሀዉ ዛሬ ይሄን የሞቀ ቤተሰብ በትናለች:: አዎ ስንዴ ለተራበ ዜጋዋ ድሮን ከምታመርት ሀገር የኚህን እምቦቆቅላ አባት ብትነጥቅ, ለዝህች የሴት ወይዘሮ ባዶ ጎጆ ከነዚህ ነፍስ ካላወቁ ጨቅላዎች ጋር ብታስታቅፍ የስልጣናቸዉ ምስ ደም.. የመሰዊያ ታዛዉ ብልፅግና ነዉ እና የሚገርም አይሆንም::

መምህር ዳዊት ከቡራዩ ቤቱ ተወስዶ ፖሊስ ጣቢያ ቢያደርሱትም እዚያ ግቢ ስልጣን የጀገናቸዉ ፈሪዎች በጥይት ዶፍ ተቀብለዉታል:: ፖሊስ ጣቢያ ዉስጥ ገደሉት እንዳይባሉም ከፖሊስ ጣቢያዉ አጠገብ ባለዉ ክሊኒክ በር ላይ ጣሉት:: እንዲህ ባለ ጭካኔ ዛሬም እኚህን የቤተሰብ መሪ የሀገር ቅርስ መምህር ለስጣናቸዉ ምስ መስዋዕት አድርገዉታል::

https://www.facebook.com/share/15y3A92g4n/?mibextid=wwXIfr


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦TDF የጊዜያዊ አስተዳደር የሆነውን የየነአቶ ጌታቸው ረዳን መንግሥት ለመገልበጥ እንቅስቃሴ የጀመረ ሲሆን ከአሁን በኋላ መቀሌን ጨምሮ እስከ አላማጣ ያለውን አስተዳደር በማጽዳት እንቅስቃሴ ላይ እንደሆነ እየተዘገበ ነው.....የፕሪቶሪያው ስምምነት ቀደው ለመጣል የወሰኑ ይመስላሉ!






Jabeessaa WBO dan repost
Topic:

Guyyaa Dubartootaa Oromoo- AJJECHAA SUUKANNESSAA DUBARTOOTAA fi DAA'IMMAN OROMOO IRRATTI DEEMAA JIRU"

Webinar link 👇🏾

https://us06web.zoom.us/j/84144800978?pwd=2ycFzFfQA0IsFOrIBKRaQZeUJ0fuxT.1

Meeting ID: 841 4480 0978
Passcode: 106518

9pm Oromia time 1pm dc
#highlightseveryone #ABO_WBO #highlights #Oromia


Jabeessaa WBO dan repost
🇪🇹⛵⚓  Bidiruuwwan godaantota heddu fe'anii deeman qarqara Yamanitti garagaluun namoonni 180 achu buutensaanii dhabame.

Namoota kana keessa lammiilee Itoophiyaa heddutu ture jedhame.

👉🏽👉🏽  https://bbc.in/41uoNkt


#አሳዛኝ_መረጃ፦ባለፈው ማለትም በ6/03/25 ከጂቡቲ የባህር ወሽመጥ ተነስተው ባህረ ሰላጤውን አቋርጠው የመን ለመድረስ ትንሽ የቀራቸው ስደተኞችን አሳፍረው ሲጓዙ የነበሩ መርከቦች በመስመጣቸው የ181 ሰዎች ሕይወት ሳይጠፋ እንዳልቀረ ተነግሯል እነዚህ ስደተኞች ከአፍሪካ ቀንድ የተኑሱ ቢሆንም አለም አቀፉ የIOM ድርጅት እንዳለው ግን አብዛኞቹ ኢትዮጵያዊያን እንደሆኑ ተዘግቧል.....ለተጨማሪ ከላይ ያለውን ማስወንጨፊያ ይጫኑ!


Jabeessaa WBO dan repost
#Amboo

Waraana Sanyii waliin galan tokko ajjeesan

Kaleessa galgala Bitootessa 7,2025 waraanni faashistii PP gantoota Sanyii waliin galte tokko magaalaa Amboo baankii daldalaa damee Haacaaluu fuulduratti rasaasaan rukutuun ajjeesanii yoo gatan, tokko ammoo fiigee harkaa ba'e.

Gareen 90,000n meeshaa fi kaayyoo Bilxiginnaatti gurguran rasaasa tokkoon magaalaa cufa keessatti irbaata rasaasa waraana Abiy Ahimed ta'aa jiru.

Yaa gantuu🤔

#መረጃ፦ትላንት ማታ ማለትም በ7/03/25 የንቅሉ(ሰኚ ነጋሳ) ጦር በምዕራብ ሸገር ዞን አምቦ ከተማ ምሽት ላይ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ሀጫሉ ቅ/ጽ አጠገብ በጥይት መተው ሲገሉት አ ሮት የነበረው በሩጫ አምልጧቸዋል.....እንግዲህ የገንቱ መጨረሻው ይሄ ነው!


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ትልቁን የፀረ-HIV ዘመቻን ከሚደግፉት ትልቋና ግንባር ቀደም ሀገር አሜሪካ እርዳታውን ካቆመች ወር ባልሞላ ጊዜ ውስጥ ችግሬቹ መታየታቸው ግልፅ ሆኗል የHIV መድኃኒትም በአንዳንድ አከባቢዎች እጥረት ማጋጠሙም ተዘግቧል.....


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ8/03/25 የፋሽስቱ ብልፅግና አመራር የሆኑ የሸገር ከተማ አስተደደርን የሱሉልታና አከባቢው ያገር ሽማግሌዎችና አባገዳዎች በመጥራት አነጋግረዋቸው ነበረ....
ህዝቡም የገበሬውን መሬት ለኢንቨስትመንት ስለሚፈለግ እንደሚነሳ እንደሚፈልጉ የተናገሩት ብልፅግናዎች ህዝቡም እራሱን እንዲያዘጋጅ መልዕክት አስተላልፈውም ነበረ....
አንድ የአገር ሽማግሌ እንዲህ በማለት ኃሳባቸውን ሰጡ "ወያኔ ትልቅ አቅም ነበራት ስትጨቁነንም ነበረ ነገር ግን ማስተር ፕላን ብላ ስትነሳ ከወለጋ ከጅማ ከሐረር ከመላው ኦሮሚያ ሆ ብሎ ተነስቶ አይደለም ማስተር ፕላን እራሷንም አሸቀነጠራት እናንተንም ለስልጣን ያበቃችሁ ይህ ህዝብ ነው አሁንም ህዝቡን ንቃችሁ ወደዚህ ማስተር ፕላን ከገባችሁ ህዝባችን ዝም ብሎ የሚያይ ይመስላችኋል?" በማለት ሲናገሩ ሌላ አንድ አባትም እንዲህ ብለው ነበረ "ይህ ዝም ያላችሁ ህዝብ ትላንት ወያኔን ታግሶ ነው በቃኝ ብሎ የተነሳው እናንተ የወያኔን ያህል ዕድሜ አትኖሩም" በማለት በማስጠንቀቂያ ነግረዋል....
ሌላ አባትም እንዲህ ብለዋል "ገብሬ ለልጁ የሚያወርሰው መሬት ነው ሌላ ምንም የለውም በሱ ከመጣችሁበት ምን አለኝ ብሎ ይጠብቃል መጠፋፋት ይመጣል አስቡበት እኛ እንዘጋጃለን እናንተም አስቡበት" በማለት ከባድ ማስጠንቀቂያ ሰተዋል.....


Addis Standard Afaan Oromoo dan repost
Jilli Oromoo #Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa #Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf Yaaballoo gale

Jilli Oromoo Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii #Gadaa Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf dhufe kaleessa magaalaa Yaaballootti simatameera.

Jilli kun Bulchaa Kaawuntii #Marsaabit Abbaa Mahmud Aliin kan durfamu yoo ta'u, wayita magaalaa Yaabeelloo seenan bulchaa godina Booranaa Obbo Abdulsalaam Waariyoo, hoggansa magaalichaa fi hawaasa gara garaan simatamaniiru.

Miseensonni jila Keeniyaa irraa dhufe kanaa hawaasa Oromoo biyyoota ollaa lamaan keessa jiraatan gidduu daangaa bulchiinsaa malee daangaa sirna Gadaa akka hin jirre ibsaniiru.

Sirni Gadaa ammoo uummattoota dhiigaan tokko ta'an kanneen gaaddisa tokko jalatti walitti fiduun tokkummaa kan jabeessu ta’uu eeraniiru.


Jabeessaa WBO dan repost
#መረጃ፦ይህ በምዕራብ ሸገር ዞን አቡኔ ግንደበረት ወረዳ ውስጥ ህዝባችንን ቁምስቅል ሲያሳይ የነበረና በቂቤ አፉ ህዝብን እያሞኘ ልጆቹን ወደ እሳት ሲማግድ ከነበሩት ግንባር ቀደም የብልፅግና የቀበሌ አስተዳደር ትላንት ላይመለስ ተሸኝቷል #ዊሎ_ጀገንፎ_ተሾመ ያልሰማችሁ ብልፅግናዎች ከዚህ ትምህርት ውሰዱ ካልሆነ በራሳችሁ ትማራላችሁ!


Jabeessaa WBO dan repost
#Injifannoo
Abuunaa Gindabarat
07/03/2025
#tarkaanfii #boombiitin fudhatameen Bulchaa Ganda #Willoo_Jaganfoo_Tashoomaa Didhaa fi Kanneen biroo ajjeefamteetti
Kaadireen Abuunaa kanarraa waan baayyee barattu jennee yaanna.

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ7/03/25 ንሥሮቹ በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ግንደበረት ወረዳ የቀበሌ አስተዳዳሪ ስሙ #ዊሎ_ጀገንፎ_ ተሾመን ጨምሮ ሌሎችም እንደሞቱ ታውቋል....


Jabeessaa WBO dan repost
#Ofeeggannoof!!

Ummati keenya walloo ofeeggannoo godhaa Fanoon bakka namni keenya guyyaa oolu laaltee halkan dheyxee boombii mobila irratti hiitee biraa deemti ,yeroo barihe mobila sanarratti bilbilti akka namni itti deemee xuquuf. Yoo xuqame immoo boombichi namatti dhukka'a. Kanaaf offeegaa hadara. Suuraan kuni Ortatti amaarri akkasitti boombiin ummata fixuuf yaaltee turte hin milkoofne malee.@highlight


Jabeessaa WBO dan repost
Bitootessa 7/2025

Of Eeggannoo
Dirooniin guyyaa Kaleessaa irraa eegaltee har'as aanaalee Lixa Shaggar kanneen akka Dirree Incinnii,Jibaat,Noonnoo,Ammayyaa fi naannooshee irra marsaa waan jirtuuf WBOn of eeggannoo godhaa.


Jabeessaa WBO dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
#መረጃ፦ይህ በ3/3/25 በቀደም በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ያያ ጉለሌ ወረዳ ቀሬ ቶኬ ላይ የተማረኩ የፋሽስቱ ሠራዊት ያለቀው አልቆ እነዙህ ዕድለኛ ሆነው ተርፈዋል......

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.