Jabeessaa WBO dan repost
#Amboo
Waraana Sanyii waliin galan tokko ajjeesan
Kaleessa galgala Bitootessa 7,2025 waraanni faashistii PP gantoota Sanyii waliin galte tokko magaalaa Amboo baankii daldalaa damee Haacaaluu fuulduratti rasaasaan rukutuun ajjeesanii yoo gatan, tokko ammoo fiigee harkaa ba'e.
Gareen 90,000n meeshaa fi kaayyoo Bilxiginnaatti gurguran rasaasa tokkoon magaalaa cufa keessatti irbaata rasaasa waraana Abiy Ahimed ta'aa jiru.
Yaa gantuu🤔
#መረጃ፦ትላንት ማታ ማለትም በ7/03/25 የንቅሉ(ሰኚ ነጋሳ) ጦር በምዕራብ ሸገር ዞን አምቦ ከተማ ምሽት ላይ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ሀጫሉ ቅ/ጽ አጠገብ በጥይት መተው ሲገሉት አ ሮት የነበረው በሩጫ አምልጧቸዋል.....እንግዲህ የገንቱ መጨረሻው ይሄ ነው!