💊Qoricha hadhaawaa dafnee liqimsinee karameellaa mi'aawaa yeroo dheeraaf afaan keenya keessa tursiisna.✨
🌟 Jireenya keessatti garuu yeroo gaarii dafnee dagannee yaadannoo hadhaa'aa bara baraan garaa keenya keessa kaa'a.
Jireenya keessatti yaadi, dhiifama godhi, itti fufi.
✈️@MIIRA_JECHOOTA ✈️